Qophii: Abu Ibtisaam Addunyaa kanarra bakkeewwan ajaa’ibaa qalbii ilma namaa hawatan heddutu jiru. Barruu tanaan uumamaalee dachii tanarratti ajaa’iba ta’an keessaa waa’ee gaara tokkoo isiniif dhiheessina. Gaara yoo jennu ammoo gaara xiqqaa wahii hin sehinaa! Gaara biyyoota jaha keessatti argamu. Gaarri kun Himaalayaas jedhama. Himaalayaas jechuun afaan Saanskriit irra kan argame yoo ta’u, Himaa- jechuun […]
The post Gaarreen Himaaliyaa appeared first on NuuralHudaa.