Hawaasni Muslimaa Magaalaa Shaashamannee  Ebla 6/2011 Televizyiina isaa TV Nuuralhudaa Istaadiyoomii magaalaa Shaashamanneetti eebbisuuf qophii isaa xumuree jira. Sagantaa eebbaa kana irratti Miseensota Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa dabalatee, miseensonni jila Ulamaa’otaa biyya alaa irraa dhiheenya gara biyyaa dhufanii, akkasumas Ulamaa’onnii fi Ustaazonni magaalaa Shasahamannee fi naannawa isiitti argaman, Abbootiin qabeenyaa, bakka bu’oonni mootummaa ni […]

The post Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Shaashamanneetti appeared first on NuuralHudaa.