Qur’aana Rabbi nuu buuse kana irra deddeebinee osoo xiixallinee wantoota ajaa’ibaa heddu keessaa arganna. Haa ta’u malee hedduun keenya irraa fagaannee, akkasumas xiyyeeffannaa itti kennuu dhabnee, hikmaa qur’aana keessa jiru heddu hubachuu dadhabne. Osoo qur’aana keenya kanatti deebinee, gad fageenyaan qorannee, beekumsa nu barbaachisu cufa keessaa arganna. Akkasumas, iimaanni keenyas daran nuuf dabala. Barruu tanaan […]

The post Mu’jizaa Suuratul Yuusuf appeared first on NuuralHudaa.