Walaloo fi faaruu gootota Oromoo kaayyoo fi tokkummaaf wareegamanii.
View Details
Jaal Marroo's speech at the celebration of Oromo Martyrs Memorial Day with the public on15 April 2021.
Qabsaaota kufan mee maqaa haa kaafnu!
Gootota wareegaman yeroo yaadannu, sababa isaan wareegamaniif yaadachuun ofii keenya immoo kallattii irra jirru madaaluu qabna.