Birmaduu Radio Podcast: Recent Episodes

BIRMADUU GOSPLE MEDIA

Afaan Oromo Gospel Radio Podcast

View Details

Ergaa Wangeelaa, Lb. Dr. Gammachuu Olanaan qophaa'e .

“Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u iyyuu male. Waan tokko nan godha; wanta na booddetti hafe yaaduu dhiisee; wanta na dura jirutti nan hiixadha.” Fipl. 3:13

View Details

Barsiisa Wangeelaa seenaa Ruth irratti hundaa'e. Lb. Gemechu Olanaan kan qoophaa'e. | Bible lesson based on the history of Ruth.

View Details

Ergaa Wangeelaa Waa'ee jireenyaa Hoogansaa kan Ogumaa Sodaa Waaqayyoon Masakamu. Lb. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e. 1Sam. 13 -16

View Details

Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'ee, ergaa Wangeelaa Hiikaa Jireenyaa kan Ilaaluu, Luq. 22:24-29 kan hundaa'ee.

View Details

Barsiisa Sagalee Waaqayyoo waa'ee Ijaarsa haaraa, seenaa Nahimiyaa irratti Kan hundaa'ee. Lb. Dr. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e.

View Details

Jireenyaa dhuudhaa Wangeelatti jirachuu duuka buutuu Gooftaa Yesuus tokko. Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'e.

View Details

Jireenyaa abdii, Kan amanamummaa Waaqayyoo irratti hundaa'e.