MURTIIJAALALAA: Recent Episodes

MURTII JAALALAA

ergaawwaan nama barsiisaan,mudannoo jaalalaa,osoo isiin ta'ee maal gootu,gorsaa,xalayaa jaalalaa,murtii jaalalaa,fi kkf kan qinda'aanii mariif gad diriirfamaniifi,yaada gara inbox keenyaan nuga'ee waliiti qabuun kan isiinif dhiyeesinu ta'a.galmeen iyyaannoo wa'ee jaalalaan walqabate gara inbox page murtii jaalalaan nuga'ee waliiti qabuun ibsaa ballaa waliin murtiin kan laatamuu ta'aa.hirmaannan keeysan cimuu qaba,kana immoo like share gochuun nudeegaruun hanqinalee keenya fi ciminaa keenya keeysati waan jirtaniif nuwaliin aka taatan iyyaata keenyaa isiiniti galfachaa nuwaliin tura jennaa.

View Details

affera nama

View Details

jechoota hayyootaa

View Details

jechoota hayyootaa

View Details

sagantaa sirbaan dhaamii

View Details

sirbaan dhaamii